Oduu biyya keessaa Boru guyyaan Ityoophiyaa guutuu biyyattiitti ni kabajama Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Boru guyyaan Ityoophiyaa guutuu biyyattiitti kabajamee kan oolu ta'uu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise. Qopheessummaa bulchiinsa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Godina Arsiitti Qamadii Kilaasteraan misoomaa jiru daawwatan Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Arsiitti Qamadii Kilaasteraan misoomaa jiru daawwateera. Jilichi…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Kafaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeessan Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Kafaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffaannaa garee Shororkeessaa ABUT fi Shanee magaalaa Boonganti gaggeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa, Poolisiin Federaalaa fi qaamoleen nageenya waliin ta’uun gaara murteessaa… Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisaa, Poolisiin Federaalaa fi qaamoleen nageenya waliin ta'uun adda Waraanaa Walloon gaara tursiimoo lolaaf murteessaa ta'e juuntaan qabatee…
Oduu biyya keessaa Sagantaan cufiinsa Ashaaraa magariisaa Godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti gaggeeffameera Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Sagantaan cufiinsa Ashaaraa magariisaa Godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiyii fi hoggantoonni olaanoo mootummaa…
Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa shaashamanneetti tatamsa’ina vaayrasii koroonaa hir’isuuf hojjetamaa… Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa shaashamanneetti tatamsa'ina vaayrasii koroonaa hir'isuuf qooda fudhattoota waliin hojjatama jiraachuu Waajjirri Eegumsa Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy sagantaa Ashaaraa magariisaan biqiltuun biiliyoonni 6.7 dhaabbachuu ibsan Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaan biqiltuun biiliyoonni 6.7 dhaabbachuu ibsan. 'Karoora keenya…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira Sifen Megersa Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC) – Manni Maree waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Nannoo Oromiyaa Yaa’ii Idilee 3ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira. Preezdaantiin mana maree…
Biiznasii Naannoo Kibbaatti damee Invastimantiirraa Birrii biiliyoonni 11 argamuu ibsame Sifen Megersa Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaatti bara baajataa 2013 damee Invastimantiirraa Birrii biiliyoonni 11 argamuu Komishiniin Invastimantii Naannichaa beeksiise. Naannichatti…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin aartii Biirshalaqootti loltoota jajjabeessan Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Ogeeyyiin aartii Finfinnee manneen Tiyaatiraa 4 irraa walitti babba’aan giddugala leenjii loltoota bu’uuraa Birshalaqootti argamuun loltoota jajjabeessaa…