Raayyaan ittisa biyyaa uummata biyyaatti maraaf kan tajaajiluu malee qaama tokkoof kan dhaabbatu…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI uummata biyyaatti maraaf kan tajaajiluu malee kan qaama tokkoof dhaabbatu miti jechuun Leetinaal Jeneraal Baacaa Dabaleen…