Daandiin saffisaa Mojoo-Maqii-Baatuu hariiroo daldalaa Afrikaa Bahaa akka si’eessuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Daandiin saffisaa Mojoo-Maqii-Baatuu hariiroo daldalaa Afrikaa Bahaa akka si’eessuu ibsameera.
Daandiin saffisaa Mojoo-Maqii-Baatuu fi proojektoonni…