Oduu biyya keessaa Ajajni Bahaa sirna badhaasa Madaaliyaa gaggeessaa jira Ayana Dheressa Feb 26, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaatti ajajni Bahaa sirna badhaasa Madaaliyaa fi sadarkaa kennuu gaggeessaa jiraachuu ibsame Saganticharratti Ittaamaajur…
Oduu biyya keessaa Kirooshiyaan Imbaasiishee Ityoophiyaatti banuuf karoorfachuu ibsite Ayana Dheressa Feb 26, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Kirooshiyaan Imbaasiishee Ityoophiyaatti banuuf karoorfachuu ibsite. Ambaasaaddar Dammituu Hambisaan Daariktar Jeneraala Dhimmoota Siyaasaa…
Oduu biyya keessaa Dhohiinsa konkolaataa meeshaa waraanaa seeraan alaa fe’ee turerra ga’een lubbuun poolisoota 2 darbuu… Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Goondaritti dhohiinsa konkolaataa meeshaa waraanaa seeraan alaa fe’ee turerra ga’een lubbuun poolisoota 2 darbuu ibsame. Ka’umsi…
Oduu biyya keessaa Hawaasni bulchiinsa magaalaa Sabbataa hawaasa godina Gujii Lixaa hongeen miidhamaniif deeggarsa… Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Hawaasni bulchiinsa magaalaa Sabbataa hawaasa aanaalee gammoojjii godina Gujii Lixaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni Yuukreen jiraatan gara Poolaanditti akka ce’an eeyyamamuu ibsame Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanonni Yuukreen jiraatan daangaa Poolaand ce’anii seenuu akka danda’aniif Ministeera Dhimma Alaa Poolaand waliin mari’achuun eeyyamsiisuun…
Teeknooloojii Minsteerri Barnootaa adeemsa baruu fi barsiisuu gama oonlaayiniin kennuu eegale Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Minsteerri Barnootaa adeemsa baruu fi barsiisuu oonlaayinii fi tajaajila mana kitaabaa diijitaalaa kennuu eegale. Ministeerichi sagantaalee itti…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezidaant Shimallis Abdiisaan durfamu, projektoota godiinaalee Shawaa Lixaa fi Shawaa Kibba… Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Jilli Preezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu, projektoota garaagaraa godiinaalee Shawaa Lixaa fi Shawaa Kibba…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Neezarlaand abbootii qabeenyaa beelladaa Ityoophiyaa akka deeggaru beeksise Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Neezarlaand Projektii misooma qabeenya beelladaa eegaluun abbootii qabeenyaa beelladaa Ityoophiyaa akka deeggaru beeksise. Ambaasaaddar…
Oduu biyya keessaa Oomishtummaa misooma bunaa dabaluuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira- Biiroon Qonnaa Oromiyaa Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Misooma bunaa babal’isuu fi ammayyeessuun oomishtummaa isaa dabaluuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise Bunni…
Oduu biyya keessaa Imbaasichi barattoonni Ityoophiyaa Yuukreen jiraniif ergaa dabarse Ayana Dheressa Feb 25, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Jarmanitti Imbaasiin Ityoophiyaa barattoota Ityoophiyaa Yuukreen jiraniif ergaa dabarseera. Imbaasichi barattoonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa…