Oduu biyya keessaa Namoonni hanna keebiliin shakkaman to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni hanna keebilii Baabura salphaa magaalaa Finfinnee, Ityoo-teelekoomii fi tajaajila elektirikiin shakkaman harkaa harkatti…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee jiran waaraan furuuf qawween furmaata hin ta’u- Obbo Mulaatuu Gammachuu Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Rakkoolee jiran waaraan furuuf qawween furmaata akka hin taane Ittaanaan dura taa'aa Kongireesii Federaalawaa Oromoo/KFO Obbo Mulaatuu Gammachuu ibsan…
Teeknooloojii Intalajensiin Artifishaalaa Ityoophiyaa appilikeeshinii damee faayinaansii si’eessuu hojii… Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Intalajensiin Artifishaalaa Ityoophiyaa appilikeeshinii “Kuup Boot” jedhamu kan damee faayinaansii si’eessuu dandeessisu ifatti hojii eegalchiise.…
Oduu biyya keessaa Kutannoo mootummaan hannaa fi hojiimaata badaa saaxiluuf agarsiise gara hojiitti hiikuuf kan… Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Kutannoo mootummaan hannaa fi hojiimaata badaa saaxiluuf agarsiise gara hojiitti hiikuuf kan hojjetamu ta’uu Komishinarri Komishinii Naamusaa fi Farra…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Chaayinaan marii siyaasaa waloo gaggeessan Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Chaayinaan marii siyaasaa waloo 2ffaa gaggeessan. Ministir Deetaan Ministeeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen gargaaraa…
Oduu biyya keessaa Miidhaa hongeen beelladarraa gahaa jiru furuuf hojiin misooma Jallisii Birrii miiliyoona 66… Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Miidhaa sababa hongeen beelladarraa gahaa jiru furuuf hojiin misooma Jallisii margaa lafa heektaara 115 ol irratti hojjetamaa jiraachuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan 3 dhufanitti zayitiin liitirri miiliyoonni 150 gara biyyaa akka galu ibsame Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 3 dhufanitti zayitiin liitirri miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 50 gara biyyaa akka galu Ministeerri Maallaqaa beeksise. Ministirri…
Idil Addunyaa Raashiyaan oomishaalee midhaanii biyyoota alaaf dhiyeessitu yeroof dhaabuu ibsite Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Raashiyaan oomishaalee midhaanii biyyoota Awurooppaa Bahaa, Giddugalaa Eeshiyaa fi Lixaaf dhiyeessitu yeroof dhaabuu ibsite. Biyyattiin…
Oduu biyya keessaa Naannichatti waltajjiin sosochii misooma arfaasaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kbbaatti waltajjiin sosochii misooma arfaasaa magaalaa Buttaa Jiraatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame. Saganticharratti…
Oduu biyya keessaa Warshichi baatiiwwan 3 keessatti gara hojiitti akka seenuuf mariin taasifame Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Warshaan seeraamikii Paarkii Indaastirii Arartii keessatti argamu baatiiwwan 3 keessatti gara hojiitti akka seenuuf mariin taasifame. Ministirri…