Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad muudama garaagaraa laatan Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad muudama garaagaraa laataniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad obbo Tsaggaa Arraagee Ittaanaa Komishinara…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa qaphxiilee yaa’iisaa 1ffaan kaa’e qabatamaatti hojiirra akka ooluuf… Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa qaphxiilee yaa’iisaa 1ffaan kaa’e qabatamaatti hojiirra akka ooluuf xiyyeeffannoon addaa kennamuu akka qabu hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonniin gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Chaayinaa Shuu Biin waliin mari’atan Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Chaayinaa Shuu Biin waliin…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti oomishni qamadii lafa heektaara kuma 5 ol irratti misoome sassaabame Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti oomishni qamadii jallisii lafa heektaara kuma 5 ol irratti misoome sassaabameera. Godinichatti misooma jallisii bara kanaan, lafa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee barnoota olaanoo qajeelfama cabsan 7 irratti tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamuu ibsame Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa qajeelfama cabsan 7 irratti tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamuu Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti waliigalteewwan tajaajila geejjibaa ammayyeessan mallatteeffaman Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti waliigalteewwan tajaajila geejjibaa ammayyeessan lama dhaabbilee Chaayinaa waliin mallatteeffaman. Bulchiinsi magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota olaanoo ifoome Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota olaanoo bara 2013 ifoomeera. Haaluma kanaan :- Saayinsii Uumamaan Barattoota idileef dhiira 363, dubartootaaf 351…
Idil Addunyaa NATOn wal dhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduu seene jechuun waraanni addunyaa 3ffaan eegale… Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- NATOn wal dhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduu seene jechuun waraanni addunyaa 3ffaan eegale jechuudha jedhan Preezdaantiin Gamtaa Awurooppaa Chaarlas…
Fayyaa Duulli qorannoo dhibee sombaa eegalamuu ibsame Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Guyyaa dhibee sombaa idil addunyaa Bitootessa 15kabajamu sababeeffachuun duulli qorannoo dhibee sombaa eegalamuu ibsameera. Duulichi guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalichaa godinaalee Harargee Lixaa fi Bahaatti lammiilee hoongeen miidhamaniif… Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu godinaalee Harargee Lixaa fi Bahaatti lammiilee hoongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala kuma 2 fi 695…