Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin Biyyaalessaa marsaa 3ffaan Caamsaa dhufu eegala
Finfinnee, Guraandhala 21 ,2015 (FBC)- Koomishiniin Marii Biyyaalessaa hojiilee jalqabaa fi boqonnaa 2ffaa xumuruun, boqonnaa 3ffaa baatii Caamsaa dhufuu gaggeeffamuu akka eegaluu ibsame.…
Miidhaa sababa hongeen Godina Booranaatti ga’aa jiru hirisuuf hojjechaa jira – BMNO
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa miidhaa sababa hongeen Godina Booranaatti ga’aa jiru hirisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiiseera.
Naannoo Oromiyaa Godina…
Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa miseensa waldaa Ejansiiwwan babal’ina Invastimantii Addunyaa…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa miseensa waldaa Ejansiiwwan Babal’ina Invastimantii Addunyaa ta’uu ibsame.
Komishinichi miseensa waldichaa…
Jilli Obbo Ahimad Shiideen durfamu dhaabbata Alii Baabaa Giruupi daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Jilli Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen durfamu Chaayinaatti dhaabbata Alii Baabaa Giruupi daawwataniiru.
Daawwannaan booda…
Yuunivarsitiin Haramaayaa barsiisota lamaaf gulantaa Pirofeesarummaa guutuu kenne
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Boordiin bulchiinsa Yuunivarsiitii Haramaayaa walga’ii gaggeesseen Barsiisota yuunivarsitichaa lamaaf gulantaa Pirofeesarummaa guutuu kenneera.…
Bulchiinsi magaalichaa deeggarsa lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif walitti qabe gara…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee deeggarsa akaakuu fi Maallaqaa Birrii miiliyoona 250 lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif walitti qabe gara…
Ijaarsi daandii Qaallittii- Qilinxoo xumuramuu dhabuun rakkoolee garaa garaaf nu saaxilaa jira-…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015(FBC)- Ijaarsi daandii Qaallittii- Qilinxoofi Qaallittii- Tulluu Diimtuu xumuramuu dhabuun rakkoolee garaa garaaf nu saaxilaa jiraachuu jiraattonni ibsan.…
Paarkii Qindaa Agroo- Indaastirii Bureetti abbootii qabeenyaa Birrii biiliyoona 5.4 galmeessaniif…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015(FBC)- Paarkii Qindaa Agroo- Indaastirii Bureetti abbootii qabeenyaa Birrii biiliyoona 5.4 galmeessaniif lafti misoome dabarfamee kennamuu ibsameera.…
Namoota dhuunfaa balallii gara Maqaleefi Shireetti taasifamurratti taariifaa ol kaffalchiisuun…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015(FBC)- Namoota dhuunfaa balallii gara Maqaleefi Shireetti taasifamurratti taariifaa ol kaffalchiisuun shakkaman itti gaafatamoo taasisuuf hojjetamaa jiraachuu…
Injifannoon Adwaa Afrikaanotaaf mallattoo onnachiistuudha-Yooseef Attaa Manshaa
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC)- Ityoophiyaanonni lola Adwaarratti injifannoon weerartoota Xaaliyaaniirratti gonfatan Afrikaanonni biroon akka koloneeffattummaarratti qabsaa’an…