Browsing Category
					
		
		Idil Addunyaa
Hinditti balaa ibiddaan lubbuun namoota 9 darbe
				Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Hinditti balaa ibiddaa gamoo mana jireenyaarratti qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbeera.
Balaan kun magaalaa Delhiitti kan qaqqabe yoo ta’u, namoota…			
				Traamp humna waraanaa hawaa hojii eegalchiisan
				Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp humna waraanaa hawaa hojii eegalchiisan.
Traamp humni hawaa barbaachisaa ta’uu kan amanan, buufata waraanaa…			
				Bara kana keessa Liibiyaatti nammoonnii 284 bala du’aaf saaxilamaniiru
				Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) - Bara kana keessa Liibiyaatti nammoonni 284 bala saaxilamaniiru isaani Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomani beeksiseera.
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomani…			
				Manni Maree Ameerikaa Traamp akka himataman sagalee laate
				Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Ameerikaa preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp akka himataman sagalee laate.
Preezdaantichi Koongirasii Ameerikaatin…			
				Maaykiroosooft qonnaan bultoota Afrikaatif deeggarsa ogummaa teeknooloojii fi infoormeeshinii…
				Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Maaykiroosooft qonnaan bultoota Afrikaatif deeggarsa ogummaa teeknooloojii fi infoormeeshinii dhiyeessufi.
Dhaabbatichi deeggarsa kana taasisuuf kan…			
				Paartileen Sudaan Kibbaa mootummaa waloo hundeessuuf waliigalan
				Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Paartileen Sudaan Kibbaa mootummaa waloo hundeessuuf waliigalan.
Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir…			
				Booyiing oomisha Maaks 737 Amajjiirraa kaasee yeroodhaf dhaabufi
				Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Booyiing oomisha Maaks 737 Amajjiirraa kaasee yeroodhaf dhaabufi.
Booyiing balaa hamaa gosa xiyyaarichaarra si'a lama mudateen booda oomisha hin dhaabne…			
				Tuurk loltoota Liibiyaaf deeggarsa taasisuufi
				Finfinnee,Muddee 6, 2012 (FBC) - Tuurk loltoota Liibiyaa Dhaabbanni Mootummoota Gamtooman deeggaruuf tumsa taasisuufi.
Ankaaraa fi Triippooliin waliigaltee deeggarsa raayyaa ittisaa ega…			
				Filannoo waliigalaa Biriitaaniyaan paartiin Joonsan injifate
				Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Filannoo waliigalaa Biriitaaniyaan paartiin Joonsan injifachuu himame.
Filannoo waliigalaa kaleessa gaggeeffameen paartiin biyyicha bulchaa jiru…			
				Ameerikaa Magaala Niiwuu Jeersitti Dhukaasa Banameen Lubbuun Namoota 6 Darbe
				Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Ameerikaa Magaala Niiwuu Jeersitti dhukaasa banameen ajejaa poolisii tokko dabalatee lubbuun namoota 6 darbu himame.
Dhukaasa namoonni lama…			
				 
			