Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Oromiyaa 3 – 1 Tigraay

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Dhiiraa Oromiyaa kan Tigraay injifateera. Tapha nuusa xumuraa har'a sa'aatii 7:30 irraa eegalee taphatameen gareen Oromiyaa galchii 3 fi 1n Garee naannoo Tigraay injifateera. Gammadaa Maammoo galchiiwwan 2 fi Abdii Humneessaan galchii 1 boqonnaa dura…
Read More...