Ispoortii
Atileet Suraanash Yirgaan Maaraatoonii Shaangaay injifatte
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Atileet Suraanash Yirgaan Maaraatoonii Shaangaayitti dorgomame injifatte.
Atileet Suraanash fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 21 fi sekondii 28n xumuruun injifatteerti.
Atileetiin Keeniyaa Seeluu Cheepiyegoo Kaaputiich ammoi sa'aatii 2 fi daqiiqaa 21 fi sekondii 55n xumuraan 2ffaa baateerti.
Dorgommii…
Read More...
Maanchiister Siitii fi Liivar Puul qixa ba’an
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Tapha Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 13ffaa har’a gaggeeffameen Maanchiister Siitii fi Liivar Puul 1-1 qixa ba’aniiru.
Sa’aatii 9:30 irraa eegalee Maanchiister Siitii fi Liivar Puul gidduutti…
Fedeeshinichi yaa’ii waliigalaa 27ffaa Magalaa Maqaleetti gaggeessuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii waliigalaa 27ffaa Magalaa Maqaleetti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaa, Ministir…
Dorgommiin Maaraatoonii Riilee 19ffaan Maqaleetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Dorgommiin Maaraatoonii Riilee 19ffaan Magaalaa Maqaleetti gaggeeffamaa jira.
Dorgommicharratti Atileetonni 84 kilaboota, naannolee fi bulchiinsa magaalotaa biyyattiirraa baba’an hirmaachaa jirau.…
Boru taphni Maanchiister Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamu akkaan eegama
Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 13ffaa boruu eegalee gaggeeffamuun taphni Maanchiister Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Boru waaree booda sa’aatii 9:30 irraa galee…
Riikkardiin Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 5 fooyyeessite ragga’e
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) –Riikkardiin Atileet Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha meetira kuma 5 fooyyeessite ragga'uu ibsameera.
Fiigicha Daayimand Liigii Ameerikaa Iwujanitti gaggeeffameen Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 5…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Naqamteen Jimmaa Abbaa Bunaa injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) – Taphoonni Liigii Olaanaa Itiyoophiyaa torbee 3ffaa kilaboota Lixa Oromiyaa walitti fide olaantummaa Kilaba magaalaa Naqamteen xumurameera.
Tapha har’a sa’aatii 7:00 irraa eegalee gaggeeffameen Kilabni…