Chaayinaan hamma dhiyeessii anniisaa Raashiyaarraa galfattuu dabalte
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Chaayinaan hamma dhiyeessii anniisaa Raashiyaarraa galfattuu dabaluun ishee gabaafame.
Beejiingi baatii Guraandhalaa eegalee Raashiyaarraa kan bitte…