Oduu biyya keessaa Gaambeellaatti haala nageenyarratti mari’atamaa jira Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti haala nageenya naannichaa waaraan furuun danda’amurratti mariin gaggeeffamaa jira. Haala gurmaa’iinsaa Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Qo’annoowwan nageenya saayibariif waliigalteen mallatteeffame Debela Tadesse Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Qo’annoowwan nageenya saayibarii Ityoophiyaa eegan gaggeessuuf Bulchiinsi Nageenyaa Odeeffannoo fi yuunivarsitoonni Ityoophiyaa 8 waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Oomishtummaa dabaluuf waliigalteen Doolaaraa miiliyoona 165.2 mallateeffame Debela Tadesse Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Sagantaa raawwii dhiqama biyyee hir’isuun oomishtummaa dabaluuf kan ooluu waliigalteen deeggarsaa fi liqii Doolaara miiliyoona 165.2 mallatteeffameera.…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan Cheekii Birrii miiliyoona 10 waliindhoofte adabamte Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Namni dhuunfaan Cheekii Birrii miiliyoona 10 waliindhoofte adabbii cimaa waggaa 10 adabamte. Shakkamtuun maallaqa gahaa osoo hin…
Oduu biyya keessaa Naannoon Kibba-Lixaa baajata 2015 Birrii biiliyoona 11 raggaasise Debela Tadesse Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibba-Lixa Ityoophiyaa baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 11 raggaasiseera. Hoggantuun Biiroo Maallaqaa fi Misooma…
Oduu biyya keessaa Mana Kitaabaa Abrihootii fi dhaabbilee barnootaa 3f deeggarsi kitaabilee taasiifame Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Mana Kitaabaa Abrihootii fi dhaabbilee barnootaa olaanoo 3f deeggarsi kitaabilee kuma 15 taasiifameera. Sirni walharkaa fuudhinsaas…
Oduu biyya keessaa Galmeewwan kumni 176 ol murtoo argatan Debela Tadesse Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Bara 2014 manneen murtii federaalaatti galmeewwan kumni 176 ol murtoo argachuu Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa beeksise. Pireezidaantiin Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Torbeen teekinooloojii fi tuuriizimii Oromiyaa eegalame Debela Tadesse Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Guyyootaa afuriif kan turu torbeen teeknooloojii fi tuuriizimii Oromiyaa, teeknooloojii fayyadamuun bakkeewwan hawwata tuuriizimii Oromiyaa beeksisuurratti…
Biiznasii Dhaabbileen Faayinaansii xixiqqaan damee diinagdee keessatti qooda isaanii akka ba’an haalli mijataa… Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Faayinaansii xixiqqaan damee diinagdee keessatti qooda isaanii akka ba’an xiyyeeffannoon hojiin haala mijeessuu hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti gamoowwan Qajeelcha Poolisii ammayyaa ijaarsi isaanii xumurame eebbifaman Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraatti Piroojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 31 oliin ijaarraman guyyaa har’aa…