Jiraattoonni magaalaa Mattuu hiriira deeggarsa RIB fi garee shororkeessaa ABUT tiin balaaleeffatan
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Iluu Abbaa Booraa godina Mattuu hiriira deeggarsa Raayyaa Iittisa Biyyaa fi garee shororkeessaa ABUT tiin balaaleeffataniiru.…