Ispoortii Keeniyaan Olompika Tookiyoorratti warqee jalqabaa argatte Sifen Megersa Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) –Gareen Olompikii Keeniyaa maal ta'e osoo jedhamuu dorgommii meetira 800 dhiirotaa har'a dorgomameen Imaanu'eel Koriir warqee jalqabaa biyyasaaf…
Fayyaa Hospitaala Eekkaa Kotabeetti kutaan Wallaansa yaala cimaa dhukkubsattootaan guuttamuu ibsame Sifen Megersa Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) – Lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan qabamanii dabalaa dhufuu hordofee Hospitaala Eekkaa Kotabeetti kutaan Wallaansa yaala cimaa dhukkubsattootaan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa baajata bara 2014f Birrii biiliyoona 4 ol raggaasiise Sifen Megersa Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) – Kaleessarraa eegalee gaggeeffamaa kan ture Yaa'iin Mana Maree magaalaa Dirree Dawaa baajata bara 2014f Birrii biiliyoona 4.8 fi labsiiwwan adda addaa…
Oduu biyya keessaa Jarmiyaaleen Dubartoota Godina Harargee Lixaa Garbuu Kuntaala 50 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa… Sifen Megersa Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti Qindeessummaa Jarmiyaalee Dubartootaatiin Aanaalee fi Magaaloota hunda hirmaachisuun Bassoo kuntaala 50 qopheessuun Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Asallaatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame Sifen Megersa Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) –Magaalaa Asallaatti dargaggoota waamicha biyyaa fudhachuun Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera. Dargaggoonni birmadummaa biyyaa…
Oduu biyya keessaa Galmeessa maashinoota seeraa alaan nagahee sobaa maxxansaa turan 31 to’atamun ibsame Obse Wakgari Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Eenyummaa sobaan qabeenya biyyaafi uummataa saamuuf oolaa turan maashiniin gurgurtaa galmeessuu seeraan alaa 31 to’atamuun himame. Nagaheen…
Idil Addunyaa Sudaan miseensa Mana Murtii yakkaa Idila addunyaa ta’uuf Obse Wakgari Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Sudaan miseensa Mana Murtii yakkaa Idila addunyaa ta'uufi jedhame. Kaabineen mootummaa ce'umsaa Sudaan wiixinee seeraa miseensa Mana Murtii yakkoota…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoo magaalaa Finfinnee raawwii hoji bara 2013 fi karoora 2014 irratti marii… Obse Wakgari Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo magaalaa Finfinnee raawwii hoji bara 2013 fi karoora 2014 irratti marii gaggeessaa jiru. Marichi magaalaa Adaamaa Galmaa Abbaa…
Ispoortii Atleet Fireewaayin Haayluu dorgommi dubartoota meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf dabarte Obse Wakgari Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Atleet Fireewaayin Haayluu dorgommi dubartoota meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf dabarteetti. Atileet Lamlaam Haayluu ammoo 9ffaa bahuun xumuraaf osoo…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Poolisii Godina Shawaa kibba lixaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman Obse Wakgari Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)-Miseensonni Qajeelchaa poolisii godina Shawaa Kibba Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaa ergama walabummaaf wareegama kanfalaa jiruuf dhiiga arjoomaniiru.…