Biiznasii Invastimanti alaarra doolarri biiliyoonni 3.9 argame Obse Wakgari Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan Invastimantii alaarra doolaraa Ameerikaa biiliyoona 3.9 argachuu Komishiniin Invastimantii beeksise. Ityoophiyaan bara baajata…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen badhaafamaan Obse Wakgari Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen badhaafamaniiru. Ministeerri Dubartootaa, Maatii fi Daa’immaan Diimokraatik Rippabiliik Koongoo waggatti bara…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’aan 157 Maqalee ga’aaniiru Obse Wakgari Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Guyyaa kaleessaa Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’aan 157 Maqalee ga’uu Qulqulleessi raga labsii yeroo aarifachiisaa ibse. Deeggarsoonni…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 79 Yaman, Sana’aarra gara biyyaa deebia’an Obse Wakgari Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 79 Yaman, Sana’aarra gara biyyaa deebi’aniiru. Lammiilee Yamanitti argaman gara biyyaa deebisuuf tattaaffii taasifamaa jiruun…
Ispoortii Atileetoonni Ityoophiyaa dorgommi xumuraa fi gulaalliirratti ni hirmaatu Obse Wakgari Aug 4, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Har’a dorgommii Olompikii Tookiyoo 2020 irratti atileetoonni Ityoophiyaa ni hirmaatuu. Guyyaa sa’aatii 7:00 gulaallii walakkaa xumuraa dubartootaa…
Oduu biyya keessaa Deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay guddisuuf mootummaa waliin hojjetamaa jira jedhame Obse Wakgari Aug 3, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC) –Deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay guddisuuf mootummaa waliin walitti dhiyeenyaan hojjetamaa jiraachuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii…
Oduu biyya keessaa Hojiin utubaa muka Elektirii konkiriitiitti jijjiiruu eegalame Sifen Megersa Aug 3, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC) –Hojiin utubaa muka Elektirii dhaabbiin konkiriitiitti jijjiiruu eegalamuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa ibse. Iddoolee adda addaatti sababa…
Oduu biyya keessaa Miseensoonni mana maree magaalaa Finfinnee proojektii Meeggaa ijaarsarra jiru daawwataan Obse Wakgari Aug 3, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Miseensoonni mana maree magaalaa Finfinnee proojektii Meeggaa magaalichaatti ijaarsarra jiru daawwataaniiru. Af Yaa’iin mana maree magaalichaa aadde…
Oduu biyya keessaa Manni maree naannoo Kibbaa wixinee labsiiwwan adda addaa raggaasise Obse Wakgari Aug 3, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata naannoo Saba fi Sablammoota Kibbaa yaa’ii idile fi waliigala 13ffaa bara hojii 6ffaa marsaa 5ffaa gaggeessa jiruun…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni godinaalee Walaayittaa fi Hadiyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisaan Obse Wakgari Aug 3, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Jiraattoonni godinaalee Walaayittaa fi Hadiyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisaaniiru. Jiraattoonni Godinaalee Walaayittaa fi Hadiyyaa…