Jiraattonni godina Arsii Lixaa aantummaa Raayyaa Ittisa biyyaatiif qaban hiriiraan ibsan
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Jiraattonni godina Arsii Lixaa aantummaa Raayyaa Ittisa biyyaatiif qaban hiriira ba'uun ibsaniiru.
Biyyi dhiigaan ijaaramte Shira juuntaatiin hin…