Oduu biyya keessaa Jimmaa Abbaa Jifaar leenjisaa haaraa mallatteessifate Obse Wakgari Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Jimmaa Abbaa Jifaar Ashannaafii Baqqalaa leenjisaa taasisuun mallatteessiseera. Bara 2010 sochii olaanaa…
Oduu biyya keessaa Gareen Shororkeessaa ABUT diina ummata Tigraay ta’uu ifatti muul’iseera – Dooktar Abiy Obse Wakgari Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT diina ummata Tigraay ta’uu ifatti muul’iseera jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Giddu Galli Kontiijantii Leenjii Loltummaa Huursoo loltoota leenjii bu’uurraa leenjisaa ture… Obse Wakgari Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Giddu Galli Kontiijantii Leenjii Loltummaa Huursoo loltoota Raayyaa Ittisaa marsaa 2ffaaf leenjii bu'uurraa leenjisaa ture eebbisiiseera.…
Biiznasii Biiroon Galiiwwanii Finfinnee galii Birrii biiliyoona 42.4 walitti qabe Obse Wakgari Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Bara baajataa 2013’tti galii Birrii biiliyoona 42.4 walitti qabuu, Biiroon Galiiwwanni bulchinsa magaalaa Finfinnee beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Gaamoo deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qaban hiriira ba’uun ibsan Sifen Megersa Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Gaamoo deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qaban hiriira ba'uun ibsaniiru. Jiraattoonni kunneenni shira garee ABUTtiin Ityoophiyaan hin…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Dabra Maarqoosii fi Injibaaraan barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan… Obse Wakgari Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) –Yuunvarsiitiin Dabra Maarqoosii fi Injibaaraan barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.…
Ispoortii Sirni baniinsaa taphoota Oolompikii Tookiyoo ifatti gaggeeffame Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Sirni baniinsaa taphoota Oolompikii Tookiyoo 2020 ifatti gaggeeffameera. Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Harargee Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Sangoota 97 fi Re’oota 277… Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Harargee Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Sangoota 97 fi Re'oota 277 taasiisaniiru. Jiraattoonni godinichaa…
Oduu biyya keessaa IGAD tokkummaa naannichaaf kan hojjetu ta’uu ibse Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa ‘IGAD’ tokkummaa naannichaaf kan hojjetu ta’uu beeksiise. Ummattoota biyyoota ollaa Ityoophiyaa,…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Noonnoo Beenjaatti balaa Bakakkaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera. Rooba cimaa guyyaa kaleessa…