Balballoommii fi yaada Naannoo Tigraay iddoowwan tokko tokkotti hiriirri gaggeeffame Obse Wakgari May 25, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Naannoo Tigraay iddoowwan tokko tokkotti hiriirri gaggeeffame. Shiree Indaasillaasee fi Waajiraat, naannolee muraasatti hiriirri…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy giddugala yaala vaayrasii koroonaa Eekkaa Kootabee daawwatan Obse Wakgari May 24, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2012 (FBC) –– Mummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad giddugala yaala vaayrasii koroonaa Eekkaa Kootabee daawwatan. Dooktar Abiy Ahimad guyya har’a Ministira…
Idil Addunyaa Sudaan humna poolisii ogeessota fayyaashee haleellarraa eegan hundeessufi Obse Wakgari May 24, 2020 0 Fifninnee, Caamsaa 16, 2012 (FBC) –– Sudaan humna poolisii ogeessota fayyaashee haleellarraa eegan akka hundeessitu ibsite. Weerarri vaayrasii koroonaa babal’churratti hunda’uun ogeessota…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhorkama labsii yeroo ariifachiisaa darban kumni 5 ol adabbii hidhaa fi mallaaqa adabaman Obse Wakgari May 24, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2012 (FBC) – Godinalee Horroo Guduruu Wallaggaa fi Gojjaam bahaatti namoonni weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo ariifachisaa darba kumni 5 ol adabbii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoota dabalataa 88 irratti vaayrasiin koroonaa argame Obse Wakgari May 24, 2020 0 Fifninnee, Caamsaa 16, 2012 (FBC) –– Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 88 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24 darbe keessa…
Oduu biyya keessaa Injinaar Taakkalaa ayyaana Iid al Faxir hawaasa sabaaba rakkoo daangaan qe’ee fi qabeenya isaanirraa… Obse Wakgari May 24, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injinaar Taakkalaa Uumaa ayyaana Iid al Faxir bara Hijiraa 1441ffaa hawaasa sabaaba rakkoo daangaan qe’ee fi…
Uncategorized raawwii labsii yeroo ariifachisaa ciimsuudhaan itti gaafatamuummaaf akka toluutti foyyeessuu qabna… Wabi Fufa May 23, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigalaa Fedeeralaa aadde Adaanech Abeebee raawwii labsii yeroo ariifachisaa ciimsuudhaan itti gaafatamuummaaf akka toluutti foyyeessuu…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee marii taasiseen murtee garagaraa dabarse Wabi Fufa May 23, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee marii taasiseen murtee garagaraa dabarse. Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’iisaa idilee…
Oduu biyya keessaa Tajaajila fayyaa daa’immanii fi haadholii dabalatee kenninsa tajaajila idileerratti xiyyeeffannan… Wabi Fufa May 23, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) –– Tajaajila fayyaa daa’immanii fi haadholii dabalatee kenninsa tajaajila idileerratti xiyyeeffannan laafu Ministeerri Fayyaa beeksise. Jilli Deettaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoota dabalataa 61 irratti vaayrasiin koroonaa argame Wabi Fufa May 23, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) –– Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 61 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24 darbe keessa…