Obbo Barakatii fi obbo Taaddasaatti adabbiin hidhaa itti murtaa’e
Finfinnee, Eebila 30, 2012 (FBC) – Obbo Barakat Simi’oonii fi obbo Taaddasaa Kaasaatti adabbiin hidhaa waggaa 6 fi 8 itti murtaa’e.
Manni murtii waliigalaa naannoo Amaaraa obbo Barakat…