Oduu biyya keessaa Abbootiin amantaa hojiilee misoomaa Finfinnee daawwatan Obse Wakgari May 4, 2020 0 Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Abbootiin amantaa hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan. Daawwii proojaktootaarratti itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Naannoo Saariisitti balaa tiraafikaa qaqqabeen tajaajilli baabura salphaa Finfinnee yeroof adda cite Obse Wakgari May 3, 2020 0 Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Naannoo Saariisitti balaa tiraafikaa qaqqabeen tajaajilli baabura salphaa Finfinnee yeroof adda cite. Bu’uura misooma sarara baaburarratti balaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarqii fi MM Abiy Preezdaant Isaayyaas waliin walargan Obse Wakgari May 3, 2020 0 Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee fi Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Ertiraa Isaayyas Afawarqii waliin wal arganiiru.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni ykn namni dhuunfaa meeshaa waraanaa qabu kamiyyuu dirqama galmeessisuu qabu- Abbaa… Obse Wakgari May 3, 2020 0 Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Dhaabbanni ykn namni dhuunfaa meeshaa waraanaa qabu kamiyyuu waggoota lamaan dhufan keessaatti dirqama galmeessisuu akka qaban Abbaan Alangee…
Idil Addunyaa Addunyaarratti namoonni kumni 50 ol ta’an wallansa hordoffii cimaa keessa jiru Obse Wakgari May 3, 2020 0 Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Addunyaarratti namoonni kumni 50 ol ta’an wallansa hordoffii cimaa keessa jiru. Vaayrasiin koroonaa erga muul’ate ji’oota lakkoofsiseen biyyoota 212…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Isaayyas Afawarqii Finfinnee galan Obse Wakgari May 3, 2020 0 Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqii daawwii hojiitif har’a Finfinnee galaniiru. Preezdaantichi turtii isaaniin Muummee Ministiraa FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa namoota lamarratti dabalataan argame Obse Wakgari May 3, 2020 0 Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Sa'aa 24 keessatti qorannaa laabraatoorii namoota kuma 1 fi 560 taasifameen, namoonni 2 vaayrasii koroonaatiin qabamuun Ministeerri Fayyaa FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Sirna Proojektii ijaarsa qindeessa ragaarratti mari’atame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa waliigalaa FDRI fi Eejansiin Nageenya Neetwoorkii Odeeffannoo Sirna Proojektii ijaarsa qindeessa ragaarratti mari’ataniiru. …
Idil Addunyaa Biyyoota ollaa Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa hammaachaa dhufuu himame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Biyyoota ollaa Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa hammaachaa dhufuu himame. Keeniyaatti guyyaa har’aa qorannaa laaboraatoorii sa’aa…
Oduu biyya keessaa Naannichaatti sagantaan duula arjooma dhiigaa labsame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa sagantaa duula arjooma dhiigaa labseera. Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…