Ispoortii Bireentifoord 0 – 2 Liiverpuul Sifen Megersa Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Taphoota Piirimiyeer liigii Ingilaandi galgala kana taphatameen Liiverpuur galchii 2 fi 0n Bireentifoord injifachuun dursummaa liigichaa cimsate.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen bakka buutoota jiraattoota magaalaa Goondar waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen bakka buutoota jiraattoota magaalaa Goondar waliin mari'ataniiru. Af Yaa'ii Mana Maree Federeeshinii Obbo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaan akkaataa Shororkeessumma tumsaan ittisuu danda’anirratti… Sifen Megersa Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Keeniyaan akkaataa Shororkeessumma dabalatee yakkoota gurmuun raawwatamu tumsaan ittisuu danda'anirratti mari'ataniiru. Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Kataraa fi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ibsituu…
Idil Addunyaa Gaazaatti waliigalteen dhukaasa dhaabuu boruu hojiitti hiikamuu eegala jedhame Sifen Megersa Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Gaazaatti waliigalteen dhukaasa dhaabuu boruu ganama sa'aatii 2:30 irraa eegalee hojiitti hiikamuu ka jalqabu ta'uu gabaafameera. Kaabineen Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa hooggantoota duraaniif beekamtii kenne Sifen Megersa Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa hooggantoota duraanii dhaabbaticha dursaa turaniif beekamtii kenneera. Hoggantoota dhaabbaticha sadarkaa hoggansaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen haaromsa Masaraa Faasiiladas daawwatan Sifen Megersa Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen haaromsa Masaraa Goondar Faasiiladas daawwataniiru. Pireezidaanti Taayyeen Siidaa Atsee Teediroos jala…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni Naannolee ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Pireezidaantoonni Naannolee Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaantiin naannoo Gaambeellaa Aadde Alamituu Umood…
Oduu biyya keessaa Cuuphaan Ayyaana Amantaa, Aadaa fi Sabdaneessummaati – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Kataraa fi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Cuuphaan Ayyaana Amantaa,…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna…