‎Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giillee fi kan Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammadiin baga nagaan dhufan jedhan

Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) – ‎ Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giillee fi kan Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammadiin baga nagaan gara Itiyoophiyaa dhufan jedhan.

Obboleeyyaan koo Gaanfa Afrikaa baga nagaan gara Itiyoophiyaa dhufatan jedhan Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Dooktar Abiy Ahimad har’a ganama buufata Xiyaaraa Jigjigaatti Pireezidaantoota kanneen simachuun isaanii kan yaadatamuudha.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment