Ispoortii
Waaliyaawwan har’a gita isaanii Sudaan Waliin taphatu
Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaaf har’a Gita isaa Sudaan waliin taphata.
Taphni ramaddii jalqabaa kun har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee Istaadiyeemii Biyyaalessaa Sudaan Kibbaa Juubaatti taphatama.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Mikeel Arteettaan waliigaltee Arsenaal waliin qabu haaromsuuf waliigale
Finfinnee, Fulbaana 12, 2019 (FMC)- Leenjisaan kilaba Kaaba Landan Mikeel Arteettaan Arseenaal waliin waliigaltee fooyya’e haaraa mallatteessuuf waliigale.
Leenjisaan lammii Ispeen Mikeel Arteettaan waliigalteen kontiraataa…
Jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaaf simannaan taasifame
Finfinnee, Fulbaana 12, 2019(FMC)- Jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Fiigicha Daandiirraa Deenimaark Kooppanhaaganitti dorgomame irratti hirmaateef simannaan taasifameera.
Jilichi wayita Finfinnee gahu…
Giraanti Zyaakaan Garee Biyyaalessa Siwiizarlaandi irraa dhorkame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Siwiizarlaandi Giraanti Zyaakaa garicha keessaa dhorkeera.
Giraanti Zyaakaan bara Faranjootaa 2022 wayita taphataa Arsenaal ture talaallii Kooviid – 19 fudhadheera…
Maanchister Siitii fi Liivarpuul morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Fulbaana 10, 2019 (FMC) – Torbee 5ffaa Piriimiyer Liigii Ingilaandiin Maanchister Siitii fi Liivarpuul morkattoota isaanii injifataniiru.
Maanchister Siitiin dirree isaa Itahaaditti Saanderlaand keessummeessuun 5-3n…
Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Fiigicha Daandiirraa Addunyaa sadarkaa 2ffaa qabachuun xumurte
Finfinnee, Fulbaana 10, 2019 (FMC) - Shaampiyoonaa fiigicha daandiirraa addunyaa Deenmaark magaalaa Koppenhasgentti gaggeeffameen Itoophiyaan sadarkaa lammaffaa qabachuun xumurteetti.
Shaampiyoonaa guyyoota lamaaf geggeeffamaa ture kun…
Magaalaa Dargaggootaaf Miijattu — Finfinnee
Finfinnee, Fulbaana 10, 2019 (FMC) — Finfinneen misooma koriidarii yaada magaalaa ismaartii waliin qindeessuun, fedhii fi gaaffii dargaggootaa deebisuun, dorgommiiwwan ispoortii gurguddoo sadarkaa idil-addunyaa fi ardiitti gaggeeffaman…