Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) – Feestivaalli Aadaa sadarkaa Magaalaa 17ffaan Giddugala Egzibiishinii Finfinneetti eegalameera.
Itti Aanaa Kaantibaa fi Hogganaa Biiroo Misooma Indaastirii Magaalaa Finfinnee obbo Zyaanxiraan Abbay, Hoggantuu Biiroo Aadaa fi Tuurizimii magaalichaa Dooktar Hiruut Kaasaw, jaarsoliin biyyaa fi keessummoonni waamichi godhameef sagantaa baniinsa feestivaalichaarratti argamaniiru.
Feestivaalli hanga Amajjii 25,2018tti turu kun duudhaalee fi aadaan ummataa akkasuma safuun hawaasaa dhalootaatti akka ce’u carraa olaanaa kan uumu ta’uu ibsame.
Feevan Bishawutu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.