Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa kennamuu eegale

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017 (FMC) – Qormaatni naannoo xumura kutaa 8ffaa akka naannoo Oromiyaatti kennamuu eegale.
Qormaatichi akka naannichaatti Waxabajii 3-5/2017tti barattoota kuma 500 fi kuma 92 fi 224 ta’aniif kan kennamu ta’uu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksisuun isaa ni yaadatama.
Haaluma kanaan qormaatichi har’a kennamuu eegaleera.
Yoonaataan Biraanuutiin
Comments (0)
Add Comment