Qajeelchi Poolisii Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu uffata Milishaa garee gantuu, Fanjii Farra Namaa, Boonbii fi Noottii Birrii sobaa dabalatee ragaalee sobaa addaa addaa to’achuu beeksise Read more
Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaa Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Diing Lii waliin mari’atan Read more
Malaamaltummaa ittisuuf dhaloota hojmaata isaarratti ejjennoon qabsaa’uu horachuun murteessadha – komishinii naamusaa fi farra malaamaltumma Oromiyaa Read more
Baankiin Addunyaa damee qonnaaf kan oolu Ityoophiyaa dabalatee biyyoota 6f deeggarsa doolaraa Ameerikaa miiliyoona 60 taasise Read more
Sochiin baqattoota Eertiraa idilee hin taane nageenya isaanirratti rakkina uumuu waan danda’uuf ofeeggannoo taasisuu qabu jedhame Read more
Naannoo Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa guyyoota sadan darbaniif kennamaa ture nagaadhaan xumurame Read more
Kutaa ciisichaa obbo Seekkooturee keessatti boombiin harkaa 2, Shugguxiin 17 fi meeshaaleen biroo argamuu ibsame Read more
Walga’ii Mana Maree Ministirootaa har’atiin karoorri biyyooleessaa waggaa 10 Ityoophiyaan saffiisaa olaanaan akka guddattu gargaaru ragga’e-Dooktar Abiy Read more