Abbootiin gadaa Igguu Aabbuu deeggartoonnii fi ergamtoonni ABO shanee dhimmoota hawaasummaa keessatti akka hin hirmaanne murteessan Read more
Yakka biyya ganuu fi sarbama mirga namoomaan kan shakkaman warreen hoggantoota komishinii Poolisii Finfinnee turan irratti ajajni qabamu ba’e Read more
Jaarsoliin biyyaa magaalaa Maqalee tokkuumaa fi misooma biyyaaf waloon dhaabbachuun akka barbaachisu dhaaman Read more
Obbo Getaachaw Raddaa dabalatee konkolaattoonni gareen ABUT itti fayyadaman 40 ol too’ataman Read more
Magaalaa Roobeetti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaan Birrii miiliyoona 2 olitti tilmaamu manca’e Read more
Inistitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa fi Inistitiyuutiin Saayinsii Ikooloojii Appilaayidii Chaayinaa damee qorannoo qonnaarratt waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan Read more
Bulchiinsa magaalaa Hoolataatti miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa kenna tajaajila lammummaan namoota dadhaboo Ganda Tulluu Harbuuf oomisha isaanii duulaan sassaaban Read more