Biiroon Intarpiraayizii fi Industurii Oromiyaa godinaalee,magaalotaa fi dhaabbilee garagaraa carraa hojii uumuu,liqii kennuu fi liqii kenname deebisiisuu irratti adda durummaa qabaniif beekamtii kennuun badhaaseera Read more
Jiraattonni magaalaa Finfinnee feedhii fi dandeetti qaban waldaan gurma’aani manneen waliin jireenyaa ijaaruu akka danda’aanif bulchiinsi magaalichaa lafaa fi meeshaalee ijaarsaa dhiyeessuuf murtoo dabarse Read more
Ambaasaaddaronnii fi dippiloomaatonni biyyoota addunyaa garaagaraa irratti Ityoophiyaa bakka bu’aanaanaa Duugdatti hojii damee qonnaan hojjeetama jiru daawwatan Read more