Dr Abiy Atleet Tigist Gazzahaany dorggommi dubartoota meetira 1500 injifachuun meedaliyaa warqee argamsisteef baga gammaddan jedhan Read more
Juuntaan ummanni naannoo Tigraay deeggarsa akka hin argannee taasisuun diinummaa isaa mirkaneesse Read more
Magaalichatti dhaabbilee daldalaa 1 fi 886 daballii gatii hin mallee taasisaan irratti tarkaanfii fudhatame Read more
Barattuun Yuunvarsiitii Odaa Bultum Qabxii Olaanaan eebbifamte Badhaasa isheef qophaa’e Hospitaalatti fudhatte Read more
Manni Maree Naannoo Affaar Yaa’ii idilee 11ffaa bara hojii 5ffaa Wiixata dhufu ni gaggeessa jedhame Read more
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumama Oromiyaa naannoo Hara Dandiitti biqiltuu dhaabaan Read more
Koolleejjiin Seenaaboor kaampaasii Shaashamannee barattoota kuma 1 fi 64 barsiisaa ture eebbisiise Read more
Gareen shororkeessaa ABUT Daloolin to’achuuf yaaliin taasisee humna addaa fi milishaa naannoo Affaariin fashala’e Read more