Birriin sanadaan qophaa’e biiliyonni 23.8 maallaqatti jijjiirramuu akka qabu korichi hubachiise Read more
Obbo Dammaqaa Makkonniin haala waqtaawaa naannoo Tigraay ilaalchisee dippiloomaatootaaf ibsa laataniiru Read more
Maallaqa fudhachuun karaa seeraa alaa gara biyya alaatti ergaa kan turan hoggantoonni fi hojjettoonni Immigireeshinii too’ataman Read more
Naannoo Tigiraayitti Ambuulansii 269 keessaa 31 qofatu hafe – Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigiraay Read more
Walga’ii Ministiroonni Dhimma Bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guyyaa har’aa gaggeessuuf turan, Sudaan sababa hin argamneef otuu hin gaggeeffamiin hafeera Read more
Boordichi qajeelfama weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi too’achuuf ba’e irratti yaada uummataa fudhachuuf waamicha dhiyeesse Read more
Jilli Ministira Nageenyaa aadde Mufaariyaat Kaamilin durfamu hojiilee misoomaa magaalaa Bishooftuu daawwatan Read more
Tajaajillii Inshuraansii Fayyaa Naannichatti erga jalqabamee waggaa dheeraa ta’uus lakkoofsi namoota miseensummaan tajaajila argachaa jirani garuu xiqqaadha jedhame Read more
Magaalaa Finfinneetti baatiwwan shanan darbanitti dargaggoota kuma dhibba 1 fi kuma41f carraan hojii uumame Read more