Baankichi Sirna kaffaltii gibiraa hojiirra oolchuuf dhaabbilee lama waliin waliigaltee mallateesse Read more
Baankichi kaffaltii gatii dadhabbii namoota daddabarsa maallaqa seeraan alaa eeraniif kaffalurratti ibsa laate Read more
Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdiin Giddu gala Hormaata Gaalaa aanaa Shabaley daawwatan Read more
Ambaasaaddar Taayyeen Afrikaatti Daayrektara Waldaa Qaxxamura Diimaa Idil Addunyaa waliin mari’atan Read more
Iluu Abbaa Boortitti lafa hektaara kuma 35 ol Qamadii Jallisiin misoomsuuf facaasaan eegalame Read more
Oomishaalee Ataraa fi Saliixarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 11 ol ni eegama – Ministeera Qonnaa Read more