Obbo Musxafee Mahaammad miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa garee Al Shabaab barbadeessuuf hiriiran daawwatan Read more
Ityoophiyaan yaa’ii bulchiinsa marsariitii idil addunyaa 17ffaa gaggeessiturratti biyyoonni Afrikaa dammaqinaan akka hirmaataniif waamicha dhiyeessite Read more
Buufanni Anniisaa Qilleensaa Adaamaa bara baajatichaatti anniisaa Weeggaa Waattii 133.75 maddisiiseera Read more
Godina Harargee Bahaatti bara kana qofa lubbuun namoota 197 balaa Tiraafikaan darbuu ibsame Read more