Hongee naannoo Somaaleetti mudate dandamachiisuuf boolla bishaanii qotuuf mootummaa naannichaa waliin qindoominaan ni hojjetama- Prezdaant Saahilawarq Zawdee Read more
Gareen Biyyaalessaa ga’umsa gulaallii Waancaa addunyaarratti agarsiise Waancaa Afrikaarratti dabaluu hin dandeenye – obbo Isaayyaas Jiraa Read more
Dandeettin Ejensii Nageenya Odeeffannoo yaaliiwwan haleella Saaybarii ittisuu %96 qaqqabe-Dr Shuumatee Gizaaw Read more
Hidhattoonni gosa Muurlee daangaa ce’uun hawaasarratti miidhaa akka hin qaqqabsiisneef hojjetamaa jiraachuu ibsame Read more
Naannoon Oromiyaa naannolee ollaa waliin walitti dhufeenyaan nageenya waaraa mirkaneessuuf hojjecha jira-BDHKMNO Read more
Yaa’iin dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa hawaasaa fi abbootii amantaa Ityoophiyaa Kuwaataritti argaman waliin mari’atan Read more
Naannichatti haalli nageenyaa hojiilee misoomaa idilee hojjechiisuu danda’u jira- Biiroo kominikeeshinii naannichaa Read more