Finfinnee, Fulbaana 16, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Masqalaa fi Irreechaa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru.
Kutaalee magaalotaa fi aanaalee hunda keessatti ayyaana Masqalaa Fi Irreechaa sababeeffachuun harka qaleeyyii, maanguddootaa fi namoota deeggarsa barbaadaniif maaddii qoodnerra jedhan aadde Adaanech.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.