Aarbaa Minci 0 –1 Adaamaa

Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 4ffaan Adaamaan injifannoo jalqabaa galmeesseera.

Adaamaan bara kana walitti aansuun taphoota 3 qixa erga bahee booda har’a galchii 1 fi 0’n kilaba Aarbaa Minci injifateera.

Tapha biroon Baankiin Daldala Itiyoophiyaa galchii 2 fi 0’n Magaalaa Dirre Dhawaa injifateera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment