Adaamaa 0 – 0 Hadiyyaa Hoosaa’inaa

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Adaamaan Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin qixa bahe.

Taphni kilaboota lamaan gidduutti taphatame galchii malee qixa xumurameera.

Adaamaan yeroo sadaffaaf walitti aansuun qixa baheera.
Taphoota sadirratti galchii hin galchines hin keessummeessines.

Adaamaan Madin Itiyoophiyaa, Shaggarii fi Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin taphachuun galchii malee xumureera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment