Adaamaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifate

Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 16ffaa har’a taphatameen Adaamaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifateera.

Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa galchii 3 fi 2’n Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifachuun sadarkaa isaa gara 4ffaatti fooyyeffateera.

Adaamaan taphoota hanga ammaatti taphateen qabxii 26 walitti qabateera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment