Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC)- Naannoo Afaaritti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegaleera.
Sagantaa eegalchiisa giddugalicharratti Pireezidaantii Naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaa, Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Caaltuu Saanii fi Komishinarri Komishinii Siviil Sarviisii Itiyoophiyaa Dooktar Makuriyaa Hayilee argamaniiru.
Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hawaasni filannoo diijitaalaan tajaajila bakka tokkotti akka argatu taasisa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.