Ajajni Giddugala Daalool dhiiga arjoome

Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Raayyaa Ittisaatti Ajajni Giddugala Daalool mata duree ‘dhiiga haadholiif’ jedhuun sagantaa dhiiga arjoomuu gaggeesse.

Raayyaan Ittisaa Itiyoophiyaa nageenya biyyaa eegsisuun cinaatti akkuma nama kaanii tajaajila namummaarratti hirmaachuunsaa guutuu isa taasisa jedhan Ajajaan ajajichaa Letenaal Jeneraal Zawduu Balaay.

Feestivaalli Ispoortii guyyoota 12n darbaniif taasifamaa turees xumurameera.

Sirna cuufinsa sagantichaarratti Letenaal Jeneraal Zawduu Balaay dabalatee hoggantoonni godina Jimmaa fi bulchiinsa Magaalaa Jimmaa argamaniiru.

Abdurrahimaan Mahaammaditu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment