Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ambaasaaddar Batree Mangistuu Ministir Deetaa Hoogganaa Waajjira Addaa Ministira Muummee gochuun muudaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ambaasaaddar Batree Mangistuu Sadaasa 23, 2018 irraa eegalee Ministir Deetaa Hoogganaa Waajjira Addaa Ministira Muummee gochuun muuduu Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.