Angoolaa 1-1 Zimbaabewee

Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaa har’a taphatameen morkiin Angoolaa fi Zimbaabewee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame.

Taphni ha’a Waaree booda sa’aatii 9:30  eegalee taphatame kun galchii 1 qixa xumurameera.

Tapha marsaa jalqabaan Zimbaabeween Ijiptiin, Algoolaan ammoo Afrikaa Kibbaan injifatamuun kan yaadatamuudha.

Daqiiqaawwan muraasa booda morkiin Ijipti Afrikaa Kibbaa waliin taasiiftu ni eegama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment