Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 19ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Astoon Viilaa injifachuun dursummaa isaa cimsate.
Arsenaal galchii 4 fi 1’n Astoon Viilaa injifateera.
Taphoota biroon Niwuukaasiil galchii 3 fi 1’n Barnileey, Eevartan galchii 2 fi 0’n Nootingahaam Forest yoo injifatan, Maanchiister Yuunaayiitiid Woolviis waliin galchii 1 qixa, Cheelsiin Boornimaawuuz waliin galchii 2 qixa, akkasuma Weest Haam Biraayitan waliin galchii 2 qixa bahaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.