Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 30ffaa har’a taphatameen Arsenaal Eevartan injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Arsenaal galchii 2 fi 0’n Eevartan injifateera.
Viiktor Yookereshii fi Maaksi Daawumaan galchiiwwan injifannoo Arsenaal mirkaneessan tokko tokko galchaniiru.
Akkasuma Niwuukaasiil galchii 1 fi 0’n Cheelsii injifateera.
#Oromia#Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.