Arsenaal, Maadriidii fi PSG’n nuusa xumuraaf darban

Finfinnee, Bitootessa 8, 2018 (FMC) –Tapha deebii mo’anii darbuu Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Arsenaal, Maadriidii fi PSG’n nuusa xumuraaf darbaniiru.

Arsenaal har’a galchii 2 fi 0’n Leeverkuusan yoo injifatu, dhaqaa gala galchii 3 fi 1’n injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbeera.

Riyaal Maadriid dhaqaa gala galchii 5 fi 1’n Maanchiister Siitii, PSG’n galchii 8 fi 2’n Cheelsii injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbaniiru.

Akkasuma Ispoortiing Liizban marsaa jalqabaan galchii 3 fi 0’n Boodoo Gilimtiin injifatamus har’a galchii 5 fi 0’n injifachuun tapha nuusa xumuraf darbeera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment