Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) – Artiistii gameessi Dabbabaa Isheetuun du’aan boqochuu isaatti gadduu Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI obbo Tamasgeen Xurunaan ibsan.
Seenaa aartii Itiyoophiyaa keessatti ashaaraa guddaa kan qaban Artiist Dabbabaa Isheetuun Addunyaa kanarraa du’aan boqochuu isaatti gaddeera jedhan obbo Tamasgeen Xurunaan.
Gahee inni guddina aartii keessatti bahaataa ture bara baraan ni yaadatama jechuun ibsan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.