Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaan 20ffaa dorgommii meetira kuma 10’n dubaroota gidduutti gaggeeffameen Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itiyoophiyaaf argamsiifte.
Atileetiin Keeniyaa Biyaatiriis Cheebeet meedaaliyaa Warqee yoo injifattu, kan Xaaliyaanii Naadiiyaa Baatoochooleetiin Meedaaliyaa Meetii argatte.
#Oromia #Ethiopia