Atileet Salamoon Baaraggaa Walakkaa Maraatoonii Jaappaan Tookiyoo injifate

Finfinnee, Onkoloolessa 9, 2018(FMC) – Atileet Salamoon Baaraggaa Walakkaa Maaraatoonii Jaappaan Tookiyootti fiigame injifateera.

Atileet Salamoon Baaraggaa dorgommicha xumuruuf sa’aatii 1 fi sekoondii 1 maayikiroo sekoodii 21 itti fudhateera.

Dorgommii garee dubartootaan dorgomame ammoo Maskaram Maammoo 3ffaa ba’uun xumurteetti.

Dorgommii Maaraatoonii Amestardaam ammoo Atileet Tsaggaayee Geetaachoo sadarkaa lammaffaa qabachuun xumureera.

Atileet Tsaggaayeen bara darbe dorgommicha injifachuun ni yaadatama.

Atileet Geetaaneh Mollaa sadarkaa 3ffaa qabachuun xumureera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment