Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Atileet Shuree Damisseen Fiigicha Maaraatoonii Tooroontoo Watar Firoonti 2025 injifatte.
Atileet Shureen fageenyicha sa’aatii 2, daqiiqaa 21 fi sekondii 03’n xumuruun injifatte.
Atileet Almaaz Kabbadaan ammoo sadarkaa 3ffaa bahuun xumurte.
Dorgommii Atileetoota dhiirootaa gidduutti gaggeeffameen ammoo Atileet Warqinaa Taaddasaan 4ffaa fi Yihuulinyi Adaanaan 5ffaa bahuun xumuran.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.