Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Atileet Yeneewaa Nibrat fiigicha daayimandi Liigii meetira kuma 10 Noorweey Osilootti dorgomame injifatte.
Atileet Yeneewaa Nibrat fageenyicha daqiiqaa 30:28.82 xumuruun injifatte.
Atileet Caaltuu Didhaan ammoo daqiiqaa 30:33.86 xumuruun sadarkaa 3ffaan baateerti.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.