Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) –Atileetoota qorannoo umrii gaggeessan 76 keessaa koorniyaa lamaaninuu 22 qofatu qorannicha darbe jedhe Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa.
Shaampiyoonaa Atileetiksii Dargaggootaa Afrikaa Naayijeeriyaatti gaggeeffamuuf Atileetoota Itiyoophiyaa bakka bu’uun hirmaataniif bu’aan qorannoo MRI ifoomeera.
Shaampiyoonaa Atileetiksii umrii 18 gadii fi umrii 20 gadii bara Faranjootaa Adoolessa 16 – 20, 2025 Naayijeeriyaa Magaalaa Abuukuuttaatti gaggeeffamuuf Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa qorannoo umrii gaggeesseera.
Waliigala koorniyaa lamaaninuu Atileetoota 76’f qorannoon umrii gaggeeffamuu eeruun, Atileetoonni 22 qofti qorannicha darbuu himeera.
Atileetoonni dhiiraa 6 fi durbaa 16 qorannicha darbuu himeera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.